Marsaa 2ffaa Hojii Duula Qulqulinaa biyyaalessaa Dirree Dhawaatti geggeefame

0
41

Dhaamsa Muummeen Ministeera Biyya Teenyaa Dr. Abiyyi Ahmad dabarsaniin akka biyyaatti kan jalqabame hojiin duula qulqulina Naannoo Bulchiinsa Dirree Dhawaatti geggeefame.

 

Duula hojii qulqulina Naannoo kana irratti jiraatonni hirmaattan tokko tokko yaada nuuf laataniin akka jedhanitti Sabummaan qoqqooduu ni balaaleffanna waliin jireenya ni deegarra tokkummaa ni jaalanna jechuun yaada nuuf laataniin ibsaniiru.

Duula hojii qulqulinaa kana irratti kan argaman Hooganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootumaa Obbo Isqiyaas Taafasaa yaada nuuf laataniin akka jedhanitti Koosii akkuma Mana keenyaa qulqulleessinutti keessa keenyaas kan jiru hammeenyaa sharriiwan jirtu qulqulleessuun nurraa eegama jedhan.

 

   

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here