Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa murteewan gara garaa dabarsuun xumure

0
44

Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa caamsaa 8 fi 9 geggeessaa ture murteewan gara garaa dabarsuu fi Muudama Obbo Abdulsalam Ahmad Itti-Aanaa Afa-yaa’ii Mana Marii fi Obbo Ibraahim Yuusuf Hooganaa Biiroo Qonna , Bishaan , Albuudaa fi Inarjii godhee muuduudhaan yaa’ii Idilee 41ffaa xumurame .

 

Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa kanaan raawwiin hojii dhaabilee Raawachiiftota  kan ji’oota 9 dhiyaateen mariin irratti geggeefameera.

Manni Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa kallattiin hojii kan guyyoottan 60 laachuun xumurameera.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here