waggaa 29 Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP marii paanaaliin kabajame

0
136

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29 ffaan Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP fi waggaa 1ffaan jalqabbii imala Jijjiiramaa marii paanaalii kan Sadarkaa Kilaastara Baadiyaa fi Araddoottan magaalaatti Bitoottessa 14 fi 15 geggeefameen haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera.

 

waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” dhaadannoo jedhuun kabajamuu jalqabe kun hanga Bitoottessa 29 kurfiiwan gara garaan kan kabajamu yoo ta’u kurfiiwan kanneen keessaa Koonsartiin Muuziqaa fi Hiriirri Deegarsa kan imala jijjiiramaa kan akka biyyaatti jalqabame deegaruudhaanii fi cimsanii itti fufsiisuun ce’uumsa jijjiiramaaf Ummatni Oromoo marti tokkummaan irratti hirmaatu jedhamee kan yaadamu kurfiiwan gurguddoo Ayyana hundeeffama ODP  waggaa 29 ffaan Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP fi waggaa 1ffaan jalqabbii imala Jijjiiramaa

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here